Badhaasa Manneen Murtii Magaalaa Shaggar
Hawaasti Mana Murtii Magaalaa Shaggar fi deeggartoonni keenya hundi Baga gammaddan;Baga gammadne!
[Hagayya,2017]:Yaa'ii Abbootii Seeraa Manneen Murtii Oromiyaa 7ffaa Magaalaa Naqamtee taa'amaa Jiru irratti Manni Murtii keenya hojii bara 2017 tiin raawwii boonsaa galmeessuu isaaniitiin Manneen Murtii Oromiyaa jiran keessaa sadarkaa 1ffaa dhaan beekkamtii fi badhaasa Geebaa argatee jira.
Badhaasa fi beekkamtii,dhamaatii fi cichoomina hunda keessaniin argame kanaaf Hawaasti Manneen Murtii Magaalaa Shaggar hunduu baga gammaddan! kallattiinis ta'ee, al-kallattiin qaamolee milkaa'ina kana keessaa shoora qabdan hundumaas ni galateeffanna

Murtii Barsiisoo
Murtii Barsiisoo
Manni Murtii Aanaa Kutaa magaalaa Furii yakka heeyyama dadalaa malee daldaluu raawwatamee irratti adabbii barsiisaa dabarsee.
=========//=========//=========//==========
Manni Murtii Kutaa Magaalaa Furii Dhaddacha gaafa guyyaa 08/08/2018 ooleen Himatamaan Labsii Galmeessa Daldalaa fi Heyyamaa Lakk.980/2009 Keewwata 22(1) fi 49(2) irra darbuun heeyyama hojii daldalaa hojjachuudhaaf isa dandeessisu osoo hin qabaatiin hojii daldalaa hojjechuuf yaadee gaafa guyyaa 25/06/2018 guyyaa keessaa tilmaamaan sa’aatii 06:20 irratti bulchiinsa magaalaa shaggar, kutaa magaalaa Furii, Aanaa Muudaa Fuurii, iddoo addaa Jamoo lamaffaa jedhamee beekamutti hooteela fi mana Foonii banatee osoo daldalaa jiru koree sakkatta’iinsa daldala seeraan ala gaggeessaa turaniin waan qabameef yakka heyyama daldala ragga’ee osoo hin qabatiin hojii daldalaa irratti booba’anii argamuun himatamee jira’ kan jedhu yoo ta’u, manni murtiis bitaaf mirga erga falmisiiseen booda ragaa bitaaf mirgaa dhagahee madaallii ragaatin himatamaan ragaa abbaa alangaa caalee of irraa ittisuu waan hin dandeenyeef bu’uura SDFY kwt. 149(1)tin labsii galmee fi hayyama daldalaa lakk. 980/2008 kwt. 49(2) jalatti balleessaadha jechun murtiin balleessummaa kennamee himatamaan gaafa guyya 25/06/2018 irraa kaasee kan shallagamuu hiidhaa cimaa waggaa 5(shan) fi adabbii maallaqaa qarshii 150,000(kuma dhibba tokkoof kuma shantama)tin akka adabamuu manni murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Furii murtii kenne.
Mana murtii kutaa Magaalaa Furii
Waxabajji, bara 2018
Murtii Barsiisaan kenname